Morookoo

From Wikipedia, the free encyclopedia

Morookoo
Remove ads
Remove ads

Morookoo ( ykn Morokooo; /məˈrɒkoʊ/; Afaan Arabaa: المغرب‎, seeraan Biyya Mooti Morookoo) biyya Afrikaa Kaabaa keessa jirtuudha. Morookoon kaabaan Galaana Meditiraaniyaan, dhihaan Garba Atilaantikiin, bahaan Aljeeriyaa fi kibbaan Sahaaraa Dhihaan kan dangeeffamte jirtu. Magaalaan guddoon Morookoo Kaazabilaankaadha. Bal'inni lafaa ishee 710,850 km2 (274,460 sq mi) yoo tahu ummata miliyoona 36 oltu keessa jira.

Morookoo
Thumb Thumb
Thumb
Magaalaa GuddaaKaazabilaankaa
Afaan HojiiAfaan Arabaa
Ballina710,850 km²
Baayyina ummataaMil 36 ol
Tuuta'insa ummataa/km²
Faaruu
Koodii lakkoofsa bilbilaa+212


Dachee Aafrikaa
Aafrikaa Giddu Galeessaa | Aafrikaa Kibbaa | Aljeeriyaa | Angoolaa | Beeniin | Bootiswaanaa | Burkinaa Faasoo | Buruundii | Chaad | Eeritiraa | Gaabon | Gaambiyaa | Gaanaa | Giinii | Giinii-Bisaa’uu | Ijiipti | Iqu’aatoriyaal Giinii | Itoopiyaa | Jibuutii | Kaameruun | Keeniyaa | Keeppi Verdee | Komoroos | Kootdivo’aar | Laayibeeriyaa | Leesoottoo | Liibiyaa | Maalaawwii | Maalii | Madagaskaar | Mooriishes | Mooritaaniyaa | Moozaambiik | Morookoo | Naayijeeriyaa | Namiibiyaa | Niijer | Riippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo | Riippabiliika Koongoo | Ruwaandaa | Sa’o Toomee fi Piriinsippee | Sahaaraa Dhihaa | Senegaal | Seraa Liyoon | Siishelsi | Siwaziilaandi | Somaaliyaa | Sudaan | Sudaan Kibbaa | Tanzaaniyaa | Toogoo | Tuniisiyaa | Yugaandaa | Zaambiyaa | Zimbaabuwee
Remove ads
Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Remove ads