Afaan Arabaa

From Wikipedia, the free encyclopedia

Afaan Arabaa

Arabiffi maqaa afaan kan Arabiffaa nannoo jaarraa 6ffaa keessa turerraa dhufeef kenname dha. Kunis afaan barreeffamaa fi Arabiffaa adda adda bakka adda addaatti dubbataman, Giddugala Bahaatii kaasee, Kaaba Afrikaa fi Gaanfa Afrikaa keessatti kan dubbatamu of jalatti qabata. Arabiffi maatii afaan Afiroo-Eeshiyaatikii jalatti ramadama.

Odeeffannoo dabalataa Haala Ofiseelummaa, Koodii ...
Afaan Arabaa (العربية/عربي/عربى)
Kan dubbatamu: Afrikaa: Aljeeriyaa, Chaad, Ijiipti, Jibuutii, Komoroos, Liibiyaa, Mooritaaniyaa, Morookoo, Sahaaraa Dhihaa, Somaaliyaa, Sudaan, Tuniisiyaa
Eshiyaa: Baahireen, Iraaq, Isiraa'el, Joordaan, Kuweet, Libaanon, Omaan, Kaataar, Sa'ud Arabiyaa, Siiriyaa, Yaman, Yunaayitid Arab Imireetis
Naannoo: Afrikaa, Eshiyaa
Dubbattoota: 280.000.000
Sadarkaa: 5
Qooddama: Afroo-Eshiyaatiik
Afaan Arabaa
Haala Ofiseelummaa
Afaan ofiseelaa:
Kan too'atu:
Koodii
ISO 639-1ar
ISO 639-2ara
Thumb
Bakka itti dubbatamu
Kanas ilaali: Afroo-Eshiyaatiik Afaan
Cufi
Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.