Ijiipti

From Wikipedia, the free encyclopedia

Ijiipti

Ijiipti biyya Arabaa kan Kaaba Afrikaatti argamtu yoo taatu Misir yookiin Gibxi jedhamtees niwaamamti. Ijiipti seenaa waggaa dheeraa kan qabdu yoo ta'u piiraamidiidhaan baayyee beekkamti. Ijiipti biyya ardii qaxxaamurtu Kaaba Baha Afrikaa fi Lixa Eeshiyaa Galoo Galaana Siinaa irratti argamtu. Biyya Meditiraaniyaati Kaabaan Bahaan arraba lafaa Gaazaa fi Israa'el, Bahaan arrabaa lafaa Aqaabaa fi Galaana Diimaa, Kibbaan Sudaan, Dhihaan Liibiyaa, Aqaabaa gama Yordaanos, Galaana Diimaa gama Saawud Arabiyaa, Galaana Meditiraaniyaan gama Giriik, Turkii fi Qophiroositu argama, daangaa kamiyyuu Gibxi waliin qooddachuuyyuu baatan.

Odeeffannoo dabalataa جمهوريّة مصرالعربيّةGumhūriyyat Maṣr Al-ʿArabiyyahRippabliika Arabaa Ijiipti ...
جمهوريّة مصرالعربيّة
Gumhūriyyat Maṣr Al-ʿArabiyyah
Rippabliika Arabaa Ijiipti
Magaalaa GuddaaKaayiroo
Afaan HojiiAfaan Arabaa
MootummaaRippabiliika
Ballina1010408 km²
Baayyina ummataa93495000 (2017)
Tuuta'insa ummataa92.53/km²
Faaruuبلادي بلادي بلادي
Bilady, Bilady, Bilady

Afaan Oromootiin "Biyya koo, Biyya Koo, Biyya Koo

Koodii lakkoofsa bilbilaa+20
Cufi
Ijiipti

Template:Dachee Afrikaa

Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.