From Wikipedia, the free encyclopedia
Aanan Taltallee aanolee naannoo Oromiyaa keessaa tokko yoo ta'u Godina Booranaa keessatti argama. Taltalleen Godina Booranaa gara kibba-lixaatti kan argamu yoo ta'u, karaa kibb-lixaa Keeniyaadhan, karaa lixaa fi kaabaa Laga Saganiin (aanan Taltallee laga kana qofa qaba), karaa kaaba-bahaa Yaa'a Balloodhaan, fi kibba-bahaan ammoo Dirreedhaan daangeffamee argama. Lagni Saganii aanaa Taltallee Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaarraa gargar baasa.
Aanolee Booranaa | |
Abbaya | Areeroo | Bulee Horaa | Dahaas | Dilloo | Dirree | Dugda Dawaa | Galaana | Malkaa Soddaa | Miyoo | Moyyaalee | Taltallee | Yaa'a Balloo |
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.
Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.