Suwiiz Kanaal

From Wikipedia, the free encyclopedia

Suwiiz Kanaal

Suwiiz Kanaaliin dandii harkan midhafame gudda kan dhiha Siinaa Peniinsuulaa (Sinai Peninsula) Ijiipti kessatti argamu dha. Dheerinni isaa 163 km (101 miles) fi ballinni isaa bakka itti qalatutti 300 m (984 ft) ta'a. Daandiin kuni immo Poorti Seyid(Port Seid) Galaana Meditiraaniyaanii keessatti argamu fi Suwiiz(Suez) Galaana Diimaa keessatti argamu jiddu ce'a.

Thumb
Ijaarsa Suwiiz Kanaal
Thumb
Suura Suwiiz Kanaal agarsiisu kan 1881 harkaan kaafame.
Thumb
Suura Suwiiz Kanaal, kan Saatelaayitiin kaafame, NASA.
Thumb
Doonii iddoo El Ballaa jedhamee dhaabbatee jiru

Wikiwand in your browser!

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.

Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.