Hoosiiftoota
From Wikipedia, the free encyclopedia
Hosiftotta (mammals) (class Mammalia) kan jedhamani dhigaa-ho'a kan qaban, binensotta spinal-qabatotta ta'an fi kan itti bekamaan immo dubrii isaani anaan mammary gland kessatti burqisisuu fi akkasumas rifensaa, lafee gurra jiddu kan dhaga'uf tajajilamaan fi samuu isaani kessatti kutta neocortex jedhamu qabu. Hosiftonni bayeen ilkaan sirritii walitii qabame argamu kan qabani yoo ta'an akkasumas ontogeny kessatti placenta qabu. Samuun hosiftotta waan kessa (endothermic) fi circulatory system geggesaa, kunis kutaa afuraanni onnelle ni daratta. Hosiftonni ofii kessa gossa jiratotta (species) hanga 5,400 (namalle daratte), genera 1,200, family 153 fi order 29 ofii kessa qabu.[1]
- Template:MSW3
Wikiwand in your browser!
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.
Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.