Qaxxaamura

From Wikipedia, the free encyclopedia

Qaxxaamura

Qaxxaamuri sarara tokko irratti bakka jalqabaa irraa gara bakka xumuraa itti geessutti fageenya gabaabaa dha. Haala kanaan, Qaxxaamurii Fageenya gabaabaadha. Qaxxaamuri dheerinaafi kallattii bakka bu’a. Yaadni kun yeroo baayyee damee Xin-seerummamaa (Fiiziksii) keessatti fayyadama . Yaad-rimeen kun Ariitii addaa fi saffisa shallaguuf gargaarudha.

Thumb
Qaxxaamura marsaa (magariisaan agarsiifame) fageenyaa fi kallattii wanta tokkoo qabxii wabii irraa safara . Yeroo baay’ee hammi raadiyaashiniin kun fageenya wanti sun irra deemtu gadi ta’a. Jecha biraatiin, dheerinni xiyya magariisaa isa halluu diimaa qabu caalaa gabaabaa dha (inni halluu diimaa qabu fageenya dha).

Wikiwand in your browser!

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.

Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.