Jimma

jimma From Wikipedia, the free encyclopedia

Jimma magaalaa guddaa kibba-lixa Itoophiyaa yoo ta'u Finfinneerraa km330 fagaatee argama. Jimmi, nannoo Oromiyaa keessatti godina addaa yoo ta'u godina Jimmaatin marfamee argama. Magaalaan kun loongitiyuudi fi laatitiyuudii 7°40′Ka 36°50′B irratti argamti. Filannoo bara 2007 dura, Jimmi akka godina addaatti qoodamte.

Magaalaa Jimmaa
Biyya:Itoophiyaa
Naannoo:Oromiyaa
Godina:godina Addaa Jimmaa
Aanaa:Qarsaa
Ganda:
Ol ka'iinsa:1,780 m
Baayyina ummataa:207,573
Tuuta'insa ummataa:
Loading related searches...

Wikiwand - on

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.