Gaanfi Afrikaa (Amharic: የአፍሪካ ቀንድ yäafrika qänd, Arabic: القرن الأفريقي‎ al-qarn al-'afrīqī, Somali: Geeska Afrika, Tigrinya: ቀርኒ ኣፍሪቃ?) Peeninsuulaa Afrikaa Kaaba-Bahaatti argamuudha. Gaanfi Afrikaa muxxatee ykn luggee ta'ee kiiloomeetira dhibba baayyee Galaana Arabiyaa keessaa seena, Kibba Galoo-Galaana Eedenitti argama. Gaanfi Afrikaa ardii Afrikaarra fiixee ykn qarqara gara Bahaati. Bara durii fi giddugaleessaa keessa Bilad al Barbar ("Biyya Barbarootaa") kan jedhamu Gaanfi Afrikaa, biyyoota Eertiraa, Jibuutii, Itoophiyaa fi Somaaliyaa qabata.

Thumb
Gaafin Afrikaa.

Wikiwand in your browser!

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.

Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.