Wikipedia ka jedhamu kuni kuusa beekumsaa tolaan warra tajajilamuun baarreessamu dha. Kan hanga amma barrefaman ilalluf link Kana bani. Barresu jalqabu fi akkasumas akkam akka barresan illaluf kutta Qarqarsa jedhu kan bitta fuula kanatti argamu bani yokan kana -> bani. Dictionary Oromo guddisuf yokan ilalluf Oromo Dictionary bani. Enyuni mani akka barrese ilalluf "Jijjirama Dhiho" kan jedhu yokan kana -->
bani.
Oduu Jijjirama Barbadu
Oduu May 17
Buffalo SabresnOttawa Senators tapha afuurafa Stanley Cup playoffs kessatti qabxi 3:2n mo'achu dandettera.
Morkitotti Iraq kessa bomb konkollata chemical fayyadamani nama yoo diqatte 32 ta'an ajjesani, nama yoo diqatte 50 ta'a madessu danda'anirra. Kunis kan ta'e kibxata Diyala Province, anna Abu Saydah kessatti dha. Gabbasi akka ibsutti konkollatan kanaaf fayyadatame gabbaya durra ejja ture.
AstronomersiinEurope fi United States akka jedhanit “extrasolar planet”iin dhi’otti argamte kuni akka lafa kenya irra hin fagane fi akka gallana fi laga bishaan ho’a qabu akka ofii kessa qabdus iffa godhanirra.
Dhi’otti “cyber attack” (kan Internet) Estoniat ta’e websitotta biyya barbachisa ta’an hunda kan ballese kuni egamsa (security) biyyaf bayye akka dhibba ta’e Estonian Minister of Defenseiin iffa godherra. Kuni immo NATOllen akka kessa ilallatan isaan tolcherra, kunis waan Estonian isaan kessa tokko tattef.
Wagga 56 kessatti yerro durraf, baburi nama lama danga North Korea fi South Korea jiddu qaxxamuru danda’anirra. Kanan durra, ergaa Korean Wariin bakka lamatti isaan qodde bodda, baburi tokkolen kabba fi kibba Korea jiddutti dabree hin bekku turre.
Executive Directoriin World Bank dubbi godhe kessatti Paul Wolfowitziin akka presidantma World Bank Group kessa June 30, 2007 akka dhisee ba’u iffa godherra. Akkasumas wal-ga’iin borii geggefame akka walii-galteen ta’u akka godhamu iffa godherra.
Robii, marbleiin kilogram 115 ta’u foqi First Canadian Place hanga 51ffa irra kuffu danda’erra. Foqiin kun kan argammu 100 King Street West yoo ta’u kunis jiddu “Toronto Business district” argama.
New York Mets dirre (stadiomi) issani Shea StadiumitChicago Cubs wajjin bakka Flushing, New York jedhamutti taphatani, yerro gara “ninth inning” osoo demma jirrani “five runs” dudduba turani, haa ta’u malle gara dhumatti mo’achu danda’anirra.
Israeliin gara sa’a 2:15p.m local time irratti qillensa kessanni Gaza City dha’uu dandettera. Kunis akka nami afur du’e, 40 akka mada’an isaan godherra.
Oduu May 16
Taj Mahal kan jedhamu monumentii India bekkamo kessa tokko kan ta’e, kana akkasumas Marble adii isattin bekkamu osoo hin bekkamin akka garra kellotti jijjiramu jirru himama jirra. particulate matteriinAir pollution wajjin wal-qabatte akka Taj Mahal irratti kuffama turee amma immo fakki kello akka keneef amanama.
New York City Mayor kan ta’e Michael Bloomberg qarshii ofii kan hanga U.S dollar billiona tokko ta’u fillano White House 2008 akka bassu “Washington Times” report godherra.
Prince Harry, kan maqqa [[|Prince Harry|Prince Henry of Wales]] jedhamuni bekkamu, dhi’otti “wataderotta” isaa wajjin kan gara Iraq demmuf qopha’a jirru akka hin demne dhowamerra. Chief of the General Staff (Head of the British Army) kan ta’e General Sir Richard Dannatt waantotta Prince Harry irratti dhaqabu danda’u irratti hunda’un akka inni hin demne dhowwerra.
Akka USGS jabbena hanga 6.3 kan qabu earthquakiin akka anna Laos kan Luang Namtha jedhamtu dha’e iffa godherra. Kunis kan ta’e tilmamatti sa’a 3:56 p.m. local time [4:56 a.m. eastern time] itt yoo ta’u, chocho’I lafa kun hanga Bangkok ni dhaga’amma ture.
“Monday” bombiin tokka’e nama lama ajjesse, kudhaan maddessu danda’erra. Kunis kan ta’e biyya guddo kabba-baha India kan “state” Assam kessatti argamtu kessatti.
“Websaitiin” (Internet Website) yerro duraaf fayyadamtotta life insurance akka internet kessan bitaan godhuu ba’erra. Websaitiin kunis kan ba’ef namotta New Zealandersiif.
Oduu May 14
Lübeck, kan jedhamtu jelban German navy osoo hin bekkin ofii irratti misaella tokkosu danda’erra. Kunis yerro isaan qarqarra British dhihoo Plymouth irratti osoo yalli tolcha jirranutti.
MuchMusiciin filamtotta “MMVA Peoples’s Choice Awards”iif filatamani hardhaa iffa godherra. Barotta 18n MuchMusic Video Awards (MMVAs) fillano kenna ba’e kessatti yerroo hunda akka ummatti fillu bana godhaa ture. Simple Plan warri jedhamu yeroo afuri “People’s Choice” fudhachuun “record” ii qabu.
Dilbatta dabartee (May 12) stormiin state Uttar Pradesh kan India kessatti argamtu dha’u danda’erra. Stormiin kuni namotta 27 ajjesse bayye isaaani madessera. Namonni bayyen kan midhaman mukaa mana isaani irratti jiggu irra kan ka’een.
* Prime Ministeriin AustraliaJohn Howard jedhamu national cricket team iin Australia Zimbabwe akka hin demne mottumman akka dhowee iffaa godhee.
Dhi’otti warehouse complex guddan kan yoo diqqatte foqi shan qabu, ibbidan qabachu danda’erra. Kunis Buffalo, New York on 111 Tonawanda Street, irratti argama. Ibbiddi hanga mile 40 irra ni mullata.
Cruise ship (jelba) Alaska kan ta’e " Empress of the North" sa’a 2 a.mAlaska Time irratti namonni kessa jiranni dhisanii akka ba’an himame turee. Kunis ergaa jelbichi cabbi bishaan jalla jirrun wal-dhahee bodda. Namoonni kessa jiranni 281 fi kan jelbicha kessa hojjatani 29 homma osoo hin ta’in ba’u danda’anirra.
Yallin dhabii warrana “group” ( PalestinianiiFatah fi Hamas jiduu godhame sa’a tokkon bodda dhabatterra. Haa ta’u malle Interior Minister Hani Qawasmi akka hojji dhisee ba’u issa godherra.
* Montreal, Québec Canada kessatti dilbatta irratti polisiin Royal Canadian Mounted Police (RCMP) fi Montreal Police Service irra dhufanni, FBI's "Ten Most Wanted" fugitives kan ta’e Richard Golberg qabu dandanirru.
Wal-dhabii guyya lammafi Karachi, Pakistan kessatti godhame du’a nama 41 fi yoo diqatte 150 bayye kan midhamanif sababa ta’efii warrani anna sunii irratti akka banamu wamamerra. Wal-dhabii kun kan ka’e guffame kan turre Chief of Justicen Iftikhar Muhammad Chaudhry anna sunii senne osoo nama isaa fillatu barbadutti.
Oduu May 13
2007 FIA formula one Spanish Grand Prixcircuit de catalunya, Barcelona, Spainitti godhame kessatti kan Ferrari offa turee Felipe Massan mo'achu danda'erra.
Anna kibba Baghdaditt argamtu kan Mahmoudiyah jedhamtutti wetaderonniUnited States shan akka du'anii kan mirkana'e yoo ta'u, sadii immo bakka jirran hanga amma hin bekkamu.
Torbaan dabartee RAF LeucharsFifetti argamu kan UKtti argamu, jetotta Russia bomb battanni dhuffani kan Tornado F3 jedhamani qabu danda'erra. Kunis radariin bomb warri qabatte Tupolev Tu-142 Bear ergaa bekke bodda.
Mullah Dadullah, akkasumas Mullah Dadullah Akhund,kan jedhamu bulchan Taliban, radical Islamic cleric fi military commander kan ta’e kibba Afghanistanitt ergaa warrana Afghan fi ‘’Allied Forces’’ wajjin walitti dhufee bodda ajjefamu danda’erra.
This subdomain is reserved for the creation of a Wikipedia in the Oromo language.
Number of articles: 1,457 If you speak Oromifaa, go ahead and start working on the encyclopedia!
For more information, see the English Wikipedia.
Ce lieu est reservé pour la création d'un Wikipédia en langue oromo. Si vous parlez Oromifaa, modifiez le texte et commencez à écrire dans l'encyclopédie!
Pour d'autres informations, voir le Wikipédia francophone.
هذا الموقع مختص لكتابة موسوعة حرة "ويكيبيديا" بالكانورية..
إذا يعجب الفكرة، فاكتبها! إضغط عبلى edit وترجم هذا النص إلى الكانورية أو ابدأ أن تكتب مقالات. لمعلومات أحرى ومساعدة بالعربية إضغط هنا.
Este subdominio está reservado para la creación de una Wikipedia en lengua Oromo. Si usted habla Oromifaa, modifique el texto y comience a trabajar en la enciclopedia.
Para mayor información, visite la Wikipedia en español.
Diese Subdomain ist für die Erstellung einer Wikipedia in der Oromo-Sprache reserviert. Wenn du diese Sprache sprichst, fang gleich an, an der Enzyklopädie zu arbeiten!
Weitere Informationen befinden sich auf der Deutsche Wikipedia.