From Wikipedia, the free encyclopedia
Eeshiyaan(Ilboroo) addunyaa keessaa ardii bal'oo fi ardii ummata baayyee of keessaa qabduudha. %8.6 ballina lafa walii-galaa keessaa yoo qabattu, lafa (bishaan osoo hin lakkaa'iin) qofaan immoo parsentii 29.4 qaba. Baayyina ummata hanga biiliyoona afurii qabaachuun, parsentii ummata addunyaa keessaa Eeshiyaan parsentii 60% qabdi.
Baayyinaan Heemisfara Bahaa fi Heemisfara Kaabaa, Eeshiyaan lafa Afrikaa-Yuraashiyaa jedhamtee beekkamti, Dhihi Eeshiyaa yeroo booda Yuurooppiin walitti qabateera. Kan itti argamus Baha Suwiiz Kaanaalii, Baha Tulloota Yuraal, fi Kibba Tulloota Kaa'ukaases, Galaana Kaaspiyaanii fi Galaana Gurraachatti (Black Sea) argama. Eeshiyaan Bahaan Garba Paasiifiikiin, Kibbaan Garba Indiyaaniin, akkasumas Kaabaan Garba Arkitiikiin daangeffamtee argamti.
Maqaa Naannoo[1] fi alaabaa isaanii |
Ballina (km²) |
Baayyina uummata (Adoolessa 1 2002 tilm.) |
Tuuta'insa ummataa (km²) |
Magaalaa Guddaa |
---|---|---|---|---|
Giddu-galeessa Eeshiyaa: | ||||
Kaazaakistaan[2] | 2,346,927 | 13,472,593 | 5.7 | Astanaa |
Kirgistaan | 198,500 | 4,822,166 | 24.3 | Bishkeek |
Taajaakistaan | 143,100 | 6,719,567 | 47.0 | Duushanbee |
Tarkimeenistaan | 488,100 | 4,688,963 | 9.6 | Ashgabaat |
Uzbeekistaan | 447,400 | 25,563,441 | 57.1 | Taashkeenti |
Eeshiyaa Bahaa: | ||||
Chaayinaa [3] | 9,584,492 | 1,384,303,705 | 134.0 | Beejiingi |
Hoongi Koongi (PRC)[4] | 1,092 | 7,303,334 | 6,688.0 | Hoongi Koongi |
Jaappaan | 377,835 | 126,974,628 | 336.1 | Tookiyoo |
Makkaa'uu (PRC)[5] | 25 | 461,833 | 18,473.3 | — |
Mongooliyaa | 1,565,000 | 2,694,432 | 1.7 | Ulaanbaatar |
Kooriyaa Kaabaa | 120,540 | 22,224,195 | 184.4 | Piyoongiyaang |
Kooriyaa Kibbaa | 98,480 | 48,324,000 | 490.7 | Sawul |
Rippabiliika Chaayinaa (Taayiwaan)[6] | 35,980 | 22,548,009 | 626.7 | Taayippee |
Afrikaa Kaabaa: | ||||
Ijiipti [7] | 63,556 | 1,378,159 | 21.7 | Kaayiroo |
Eeshiyaa Kaabaa: | ||||
Raashiyaa [8] | 13,115,200 | 39,129,729 | 3.0 | Mooskoo (Moscow) |
Eeshiyaa Kibba Bahaa:[9] | ||||
Birunaay | 5,770 | 350,898 | 60.8 | Baandaar Serii Begaawaan |
Kamboodiyaa | 181,040 | 12,775,324 | 70.6 | Finoom Peen |
Indoneeshiyaa [10] | 1,419,588 | 227,026,560 | 159.9 | Jakaartaa |
Laa'os | 236,800 | 5,777,180 | 24.4 | Viyeentiyaan |
Maleeshiyaa | 329,750 | 22,662,365 | 68.7 | Ku'aalaa Laampur |
Miyaanmaar (Barmaa) | 678,500 | 42,238,224 | 62.3 | Nippiidoo [11] |
Filiippiinsi | 300,000 | 84,525,639 | 281.8 | Maniillaa |
Singaappoor | 704 | 4,483,900 | 6,369.0 | Siingaappoor |
Taayilaand | 514,000 | 62,354,402 | 121.3 | Baankook |
Tiimor Bahaa [12] | 15,007 | 952,618 | 63.5 | Dilii |
Veetinaam | 329,560 | 81,098,416 | 246.1 | Hanooyii |
Eeshiyaa Kibbaa: | ||||
Afgaanistaan | 647,500 | 27,755,775 | 42.9 | Kaabul |
Baangilaadish | 144,000 | 133,376,684 | 926.2 | Daakaa |
Buutan | 47,000 | 672,425 | 14.3 | Tiimpuu |
Indiyaa [13] | 3,287,590 | 1,045,845,226 | 318.2 | Niwu Deelii |
Iraan | 1,648,000 | 68,467,413 | 41.5 | Teehiraan |
Mooldiivis | 300 | 320,165 | 1,067.2 | Maalee |
Neeppaal | 140,800 | 25,873,917 | 183.8 | Kaatimanduu |
Paakistaan | 803,940 | 147,663,429 | 183.7 | Islamabaad |
Sirii Laankaa | 65,610 | 19,576,783 | 298.4 | Kolomboo |
Eeshiyaa Dhihaa: | ||||
Armeeniyaa [14] | 29,800 | 3,330,099 | 111.7 | Yerevaan |
Azarbaajan [15] | 46,870 | 3,845,127 | 82.0 | Baakuu |
Baahireen | 665 | 656,397 | 987.1 | Manaamaa |
Siippiras [16] | 9,250 | 775,927 | 83.9 | Nikoosiyaa |
Gaazaa [17] | 363 | 1,203,591 | 3,315.7 | Gaazaa |
Ji'oorjiyaa [18] | 20,460 | 2,032,004 | 99.3 | Tibilisii |
Iraaq | 437,072 | 24,001,816 | 54.9 | Baagdaad |
Isiraa'el | 20,770 | 6,029,529 | 290.3 | Yerusaalem [19] |
Joordaan | 92,300 | 5,307,470 | 57.5 | Amaan |
Kuweet | 17,820 | 2,111,561 | 118.5 | Kuweet |
Libaanon | 10,400 | 3,677,780 | 353.6 | Behiruut |
Omaan | 212,460 | 2,713,462 | 12.8 | Muuskaat |
Kaataar | 11,437 | 793,341 | 69.4 | Doohaa |
Sa'ud Arabiyaa | 1,960,582 | 23,513,330 | 12.0 | Riyaad |
Siiriyaa | 185,180 | 17,155,814 | 92.6 | Damaaskas |
Tarkii [20] | 756,768 | 57,855,068 | 76.5 | Ankaaraa |
Yunaayitid Arab Imireetis | 82,880 | 2,445,989 | 29.5 | Abu Daabii |
West Baank [21] | 5,860 | 2,303,660 | 393.1 | — |
Yaman | 527,970 | 18,701,257 | 35.4 | Sana'aa |
Ida'ama | 43,810,582 | 3,902,404,193 | 89.07 |
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.
Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.