Yuurooppi

From Wikipedia, the free encyclopedia

Yuurooppi

Yuurooppi(ilgalchoo) ardii torbaan kessaa tokko dha. Yuurooppi fuulaa fi ji'ooloojii isheen fiixee dhiha Peniinsulaa Yureeshiyaa yoo taatu, dhiha Eshiyaatti argamtii.

Iddoo itti argama Yuurooppi
Haala taa'umsa lafaa Yuurooppi

Dangaan Yuurooppi kan fakkaata.

  • Kaaban - Garba Arkitiik
  • Dhihaan - Garba Atilaantiik
  • Kibbaan - Galaana Meditiraaniyaanii
  • Kibba-Bahaan - Tulloota Kaa'ukaases(Caucasus Mountains), Galaana Gurraacha (Black Sea) fi karra bishani Galaana Gurraacha fi Meeditiraaniyaanii walitti qabsisu
  • Bahaan - Eshiyaa irra Tulloota Yuuraal, Laga Yuuraal fi Galaana Kaaspiyaan gargarii ba'a.

Yuurooppiin addunyaa keessaa xiqqeenyaan lammaffaa yoo ta'u, ballina hanga 10,180,000 square kilometre (3,930,000 sq mi) yookan addunyaa keessaa parsentii 2% qabata. Ardiin addunyaa keessaa Yuurooppi irra xiqqoo Awustireliyaa qofa. Baayyinaa ummataan garuu sadarkaa sadaffaarra jirti, kunis Eshiyaa fi Afrikaatti aanteti. Baayyini ummatta Yuurooppi 741,447,158 yookan ummata addunyaa keessaa parsentii 11% qabdi (2016).


Yuurooppi
Aayerlaandi | Aayislaandi | Albeeniyaa | Andooraa | Armeeniyaa | Beelaarus | Beeljiyeem | Boosniyaa fi Herzegoviinaa | Bulgeeriyaa | Cheekiyaa | Deenmaark | Fiinlaandi | Firaansi | Giriik | Hangaarii | Islovaakiyaa | Isloveeniyaa | Ispeen | Istooniyaa | Iswiidin | Jarmanii | Ji'oorjiyaa | Kirooshiyaa | Kosoovoo | Laativiyaa | Laaksembargi | Liikteenistaayin | Lituheeniyaa | Maqedooniyaa | Moldoovaa | Monaakoo | Mooltaa | Moonteneegroo | Neezerlaandi | Noorwey | Oostiriyaa | Poolaandi | Poorchugaal | Raashiyaa | Romaaniyaa | Saan Maariinoo | Saayippires | Sarbiyaa | Siwiizerlaandi | Tarkii | Vaatikaan | Xaaliyaanii | Yunaayitid Kingidem | Yuukireen


Ardii

Wikiwand in your browser!

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.

Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.