vaakiyuuliin yookaan Buufanyeen caasaa lubbiyyoo biqilootaa fi bineeldotaa keessatti argamu. Vaakiyuuliin lubbiyyoo biqilaa hammaan kan lubbiyyoo bineeldaa irra guddaa dha. Wantoota lubbiyyoon jiraachuuf barbaadu kanneen akka soorataa kuusa. Xuriiwwan booda lubbiyyoo keessaa dhabamsiifamus nikuusa

Thumb
Caasaa lubbiyyoo biqiltootaa
Thumb
Caasaa lubbiyyoo bineensotaa

Wikiwand in your browser!

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.

Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.