From Wikipedia, the free encyclopedia
1 Lakkoofsa Saaphaloon :- 𐒡( tokko, takka, ) lakkoofsa qaama tokko ykn qaama tokkicha bakka bu'uudha . Konveenshinii mallattoo zeeroon akka pozaatiivii yookaan negaatiiviitti hin ilaalamne keessatti, 1 lakkoofsa guutuu pozaatiivii isa jalqabaa fi isa xiqqaadha . Akkasumas yeroo tokko tokko tartiiba lakkoofsota lakkaawwii daangaa hin qabne keessaa isa jalqabaa ta’ee fudhatama, Lakkofsi tokkoo lakkoofsa lama dursee argama.Lakkoofsi tokko lakkoofsa hundaa 2ffaa yoo ta'uu Duwwatti aanee argama.
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.
Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.