Siliindarii safaraaFrom Wikipedia, the free encyclopedia Siliindarii safaraa ykn Shirimirii safaraa, meeshaa hamma dhangala’aa murtaa’aa ta’e tokkoo safaruuf kan itti gargaaramnuudha. Gosoota siliindarii safaraa adda addaa: siliindarii safaraa 10mL, 25mL, 50mL fi 100mL
Siliindarii safaraa ykn Shirimirii safaraa, meeshaa hamma dhangala’aa murtaa’aa ta’e tokkoo safaruuf kan itti gargaaramnuudha. Gosoota siliindarii safaraa adda addaa: siliindarii safaraa 10mL, 25mL, 50mL fi 100mL