Raphael
From Wikipedia, the free encyclopedia
Raffaello Sanzio (Ebla 6, 1483 - Ebla 6, 1520) baay'ee kan beekamu Raphael jedhamuun yoo ta'u arkitektii fi hallu dibaa Haaroomsaati. Inni Leonardo da Vinci fi Michelangelo waliin hallu dibdoota gurguddoo Haaromsa Guddaa sadan keessa isa tokko.
Fakkii isaa Madonna fi mucaa kiristoos (Chirist Child) fi dibaawwan Vatican, Rome, Xaaliyaanii argamaniin baay'ee kan inni beekamu.