Qaama sirna Biiftuu xixiqqoo
From Wikipedia, the free encyclopedia
Qaamni Sirna Biiftuu xixiqqaan ( SSSB ) wanta Sirna Biiftuu keessa jiru kan Lafjoo, lafjoo cuggee fi Adeessoota uumamaa hin taanedha . Jechi kun yeroo jalqabaaf bara 2006 Gamtaa Astiroonomii Idil-addunyaa (IAU) tiin akka armaan gadiitti ibsame: "Satalaayitii irraa kan hafe wantootni biroo Aduutti naanna'an hundi walumaa galatti 'Qaamolee Sirna Biiftuu Xixiqqaa' jedhamanii waamamu." ".
Kunis Qorsaa(koomeetota) hunda fi lafjoo xixiqqoo lafjoo cuggee(dwarf planets) ta'an irraa kan hafe hunda hammata . Akka kanaan SSSBn: qorsaa; Bungulk
attaalee (asteroyidota) kalaasikaa, lafjoo cuggee Seerees irraa kan hafe ;