Ofii poolineessuu

From Wikipedia, the free encyclopedia

Ofii poolineessuu

Of-Poolineessuu ykn of-darbuukeessuu: Adeemsa kanaan poolaniin daraaraa kormaa (antarii) biqilaa tokko irraa ka’uun gara istiigimaa ofii isa irratti darba. Poolineeshinii gosa akkasii kun sanyiin biqilaa daraaraa tokko kan biroo waliin osoo walitti hin makamiin akka itti fufu taasisa. Biqiltoota haala kanaan wal-horaniif baaqelaa, jirbii fi suufiin fakkeenya ta’uu danda’u.

Thumb
Gosti ofumaan of-pooliineeshinii tokko orkidee Ophrys apifera keessatti uuma. Pooliniyaa lamaan keessaa tokko gara stigmaatti of jilbeenfata .

Wikiwand in your browser!

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.

Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.