Kiroomaatiinii
From Wikipedia, the free encyclopedia
Kiroomaatiiniin walmakiinsa walxaxaa DNA fi pirootiinota kan baaddira uumuudha . wirmaatni lubbiyyoo wirmaatdhugoo keessaa argama .
Kiroomaatiiniin bifa heeterookiroomaatiiniin (rukkataa) fi euchromatin (babaldhataa) jedhamuun qoodama. Heterochromatin irra caalaa DNA saatalaayitii tandem repeats irraa kan ijaaramedha . Qaamonni sochii qaban pirootiinota DNA fi histoonii yoo ta’an, pirootinoonni biroos ni mul’atu. dalagaawwan kiroomaatiin:
- DNA seelii keessatti akka galuuf gara ulfaatina xiqqaatti paakeejii gochuuf
- DNA cimsuun maaytoosii fi meeyoosii akka hayyamuuf
- DNA baay'isuu fi ibsa jiinii to'achuuf . Kun akkamitti akka hojjetu ammallee ifa miti.
![Thumb image](http://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/4/4b/Chromatin_Structures.png/640px-Chromatin_Structures.png)