From Wikipedia, the free encyclopedia
Xinjiree lubbiyyoo keessatti Kalloon Areeroo ykn Manlubbiyyoon ykn Yaatoo Lubbiyyoo (Cytoplasm) meeshaa lubbiyyoo Wirmaatdhugee(eukayrotic) keessa jiru hunda yoo ta'u, kan Sabaga Lubbiyyoo(Cell membrane)n marfame, niwukilasii seelii(Wirmaata) irraa kan hafe . Meeshaan Wirmaata keessa jiruu fi Qoofira wirmaataa keessa jiru Areeroormaata (Nucleoplasm) jedhama . Qaamonni gurguddoon Kalloo areeroo Yaatoo dhonoqqoo (Cytosol) (wanta jeelii ykn dhonnoqqa fakkaatu), Cameerqoota(organelle) (caasaa xiqqaa keessoo lubbiyyoo), fi hammatammota kalloo areerawaa adda addaa dha . Saayitoopilaasmiin gara %80 bishaan yoo ta’u yeroo baay’ee halluu hin qabu.
Xinjiree Lubbiyyoo | |
---|---|
Lubbiyyoo Bineeldoota | |
Components of a typical animal cell:
|
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.
Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.