Jirma
From Wikipedia, the free encyclopedia
Jirmi biqiltuu vaaskulaaraa tokkoo utubbaawwan biilqtuu gurguddoo lama keessaa tokko yoo ta'u inni kaanimmoo caaroo(root) dha . Bishaanii fi albuudota jirma biqiltuu irraa gara qaamolee birootti geejjibuu.qaamolee biqiltuu gara olii kanakka Baala, daraaraa fi firii baata.soorata baala biqiltuu irraa gara qaamolee birootti geejjibuu.
Jirmi idileen kuburee(nodes) fi gidduu kuburee(internodes) qoodama:
- kubureewwan baala tokko yookiin isaa ol qabatu, akkasumas kubureewwan gara damee baala, koonii konifaaraa, yookiin daraaraa wajjin guddachuu danda’an. kuburee caaroo anfaaroo(Adventitious roots) irraas uumamuu danda’a. Gaalee ykn maraca(vine) kubureewwani irraa jirmaa(tendril) uumuu danda’a.
- kuburee keessoo kuburee tokko noodiin biraa irraa fageessuu.
" Muta ykn lattuu(shoot) " jechuun kutaa biqiltuu lafaa ol ta’ee fi kichuu daraaraa, kichuu cinaachaa fi jirma daraaraa qabu dha. Biqiltoota keessatti nyaata oomishuuf ykn footosinteesiidhaaf itti gaafatamummaa qaba.jirma, daraaraa fi kichuu cinaachaa, baala fi maxa'a (appendages) qaba.