From Wikipedia, the free encyclopedia
Hiika isaatiin, farra suudoon suudoo cita buxusaawaa kan akka gita suudoo idilee isaa ulfaatina walqixaa qabu, garuu arreedni loobilaa faallaa fi guuttii elektirikii qaba.
Fakkeenyaaf, poozitirooniin farra suudoo elektiroonii ti. Innis suudoo guuttii isaatiin alatti amala elektiroonii hunda qabu qofa. Niwutirinoon suudoo cita buxusaawaa chaarjii hin qabnee fi saffisa babal’ina saffisa ifaatti baay’ee dhihoo ta’eedha. Duuba irraa yoo ilaalamu gara faallaa sa'aatii kan naanna'u qaba. Gama biraatiin ammoo antiniwutirinoon kallattii sa’aatiitiin naanna’a.
Antiniwutiroonii naanna’u yoo ta’e, chaarjii elektirikii qulqulluu zeeroo qaba. Gama biraatiin, poolaariin maagneetii isaa faallaa niwutiroonii naanna’uu walgitu ti. Lamaan isaanii yeroo wal-nyaatan, balaqqeessa anniisaa ni uuma.
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.
Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.