Kaarbon daayi'oksaayidii
From Wikipedia, the free encyclopedia
Kaarbon lamooksaayidii ykn Cillaayyaa lamgubbaayyaa ykn Cilaayyaa dachadhituu kuniin kompaawondii keemikaalaa kan atamii kaarben tokko fi ooksijiinii (oxygen) lama of keessa qaba. Yeroo baayyee foormulaa keemikaalaa isaa CO2 tiin beekkama. Kompaawondiin kuniin atimosfeerii lafaa keessatti xiqqaatee persentii tilmamaan 0.038% ta'uun yoo jirattu, kunii immo giriinhaawos gaaz(greenhouse gas) bayyee barbachisaa dha. Akkatta jajjabo(solid) isaa keessatti cabbii goggaa jedhame beekkama. Innis kutta gudda marsaa kaarbonii ti.