Bineelda
From Wikipedia, the free encyclopedia
Binensotti qoqqodama micirjirtii kessaattii guggudo kan ta'aan kessa tokko yoo ta'uu, kan qoqqodamus akkaa Mootummaa Bineeldoota yokan Neefka ta'eet. Walumma galattii Lubbiyyeedduu, waan isaan marsee jiruu kan hubatanii fi kan nyataan immoo organizimotta biraa nyachuun yokan kuttaa organizimotta biraa kessaa hanga ta'ee nyachuun kan jiratanii dha. Qamnii isaan kuni akkumaa gudataniin jabacha dhufaa, kunis bayinaan kan ta'uu akka Miciree yoo guddatan, haa ta'u malee binensotti tokko tokko itti anee metamorphosis geggesu.
Jechii "animal" jedhuu kan dhufee latin "animal" yokan (bayeet (plural) "Bineeldoota") kunis jechaa "anima" jedhamuu irraa kan dhufee yoo ta'uu, hikaan jechaa kana qillensa yokan lubuu barbachisaa jechuu dha. Akka jechaa guyya guyyat fayyadamanit, jechii kunii hikaan isaa binensotaa nama alla ta'aan ibsuuf tajajilama. Haa ta'u malee Baayoloojii kessatti jechii kunii miseensotta Mootummaa Bineeldoota ta'aan hundaa ibsuuf tajajilamaa. Kanaafu jechii "Bineeldoota" jedhuu biology kessatti yoo tajajilamuu namas walit-qabata.Bineeldoota akka biqiltoota ifa adduun kan hin guddannee f fi Nyaata hin qopheffannedha.