![cover image](https://wikiwandv2-19431.kxcdn.com/_next/image?url=https://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/4/48/Piqiang_Fault%252C_China_detail.jpg/640px-Piqiang_Fault%252C_China_detail.jpg&w=640&q=50)
Babbaqaqiinsa Lafaa
From Wikipedia, the free encyclopedia
Babbaqaqiinsi addaan tarsa’uu qaama lafaati. Lafti wal irraa foxoqee/citee dalga yookiin shaffaaxa walirraa siquu qaama lafaati. Qaamni lafaa kan wal gadidhiisu humnoonni faallaa wal irraa baqatan qaama lafaa irratti yoo dhiibbaa uuman ta’a. Bakkaa siquun qaama lafaa yookiin kattaa kun naannoo sarara baqaqaatti kan raawwatamuudha. Sababa babaqinsaatiin teessuma lafaa adda addaatu uumama. Fakkeenyaaf babbaqiinsi lafaa yoo uumamu qaamni lafaa jidduu gaarreen wal ilaaloo gamaa-gamanatti dhiisee, lafti gidduu jiru mucucaatee sulula uuma. Sululli qinxamaa guddaan addnuyaa haala kanaan uumame
![Thumb image](http://upload.wikimedia.org/wikipedia/commons/thumb/4/48/Piqiang_Fault%2C_China_detail.jpg/640px-Piqiang_Fault%2C_China_detail.jpg)