From Wikipedia, the free encyclopedia
Awustireliyaa, akka ofiisaatti Koomanwelt Awustiraaliyaa ta'uu ibsameera, kan jedhamtu biyya kibba Hemispheretti argamu yoo ta'u, lafti kun Ardii addunyaa keessaa diqqitti ofii kessa qaba. Haa ta'u malee Awustireliyaa odoloota guguddoo kan akka Tasmaaniyaa fi odoloota xixiqqaa Garba Indiyaa fi Garba Paasifiik kessatti argamanii of keessaa qaba. Biyyonni dhihoo Awustireliyaatti argamani kaaban Indoneeshiyaa, Tiimor Bahaa fi Paappu'aa Niwuu Giinii, kaaba bahaan Odoloota Solomoon, Vaanu'atuu fi Niwuu Kaledooniyaa (Firaansi irra kan bilisoomtee) akkasumas kibba bahaan Niwuu Ziilaandi jedhamanitu argamu. Magaalaan guddoon Awustiraaliyaa Kaanberaa yoo taatu, magaalaan guddittii ammoo Siidnii dha.
Alaabaa | Asxaa qaamaa | Maqaa | Magaalaa guddoo |
---|---|---|---|
Awustiraaliyaa Dhihaa | Perth | ||
Awustiraaliyaa Kibba | Adelaayid | ||
Kuwiinslaand | Brisbeen | ||
Naannoo Magaalaa Guddittii Awustiraaliyaa | Kaanberaa | ||
Naannoo Kaabaa | Daarwiin | ||
Niiw Saawuz Weels | Siidnii | ||
Taasmaaniyaa | Hoobart | ||
Viiktooriyaa | Melboorn |
Ardii |
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.
Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.