From Wikipedia, the free encyclopedia
Aduun madda anniisaa uumamaa isa guddaadha. Aduun osoo hin jiraannee lubbu qabeeyyiin jiraachuu hin danda’an. anniisaan aduu anniisaa elektiriikii uumuu nidanda’a. Soolaariin anniisaa aduu irraa sassaabuun gara anniisaa elektiriikiitti jijjiira. Kan biroo immoo biqiltoonni magariisaa nyaata qopheeffachuuf anniisaa aduutti fayyadamu. Biqiltoonni magariisaa anniisaa aduutti fayyadamuun fotoosintaasisii gaggeessu. Adeemsi biqiloonni magariisaa kaarboondaayoksaayidiifi bishaanitti fayyadamuun bakka anniisaan adduu jirutti walnyaatisa keemikbaala gaggeessuun guluukosii oomishan Jaarifa jedhama. Adeemsa kana keessatti anniisaan aduu gara anniisaa keemikaalaatti jijjiirama
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.
Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.