From Wikipedia, the free encyclopedia
Anaphase ( from Afaan Giriikii durii ἀνα- (ana)'duuba' ) sadarkaa maaytoosii adeemsa meetaafeezii booda,Seentiromeeriin ni cita, maayikirootubiliin immoo kaayinotokoorii dhuma irrattii diippooliimeeraayizii ta’u jalqabu. Tokko tokkoon obbolleeyyii kiroomaatiidii kiromosomsii seentirimeerii irratti wal-irraa cituudhaan gara faallaa poolii seelittii socho’u. Kiromaatidiin kun kiromosoomsii jedhamu. Yemmuu kiromosomii dhuma poolii lamaan seelii ga’e, sadarkaan kun ni raawwata.
Seamless Wikipedia browsing. On steroids.
Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.
Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.