Akuurii

From Wikipedia, the free encyclopedia

Akuurii

Looziin ykn akuuriin , saayinsiidhaan ''Arachis hypogaea'' jedhamuun kan beekamu, shabalakee lafa jalatti biqiludha. Isaanis guddubaa(nut) dhugaa osoo hin taane halquuqaa fi mishira wajjin walqabata. akuuriin dhama badhaadhaa fi faayidaa fayyaa adda addaa waan qabuuf addunyaa guutuutti nyaata jaallatamaadha. Akuuriin burqata biqiltoota irratti hundaa’e, cooma fayya qabeessa, algee(fiber), vitaaminii fi albuuda dabalatee dhangaalee hedduu qaba. Keessattuu cooma mit-guuttataa tokkee baay'ee kan qaban yoo ta'u, kunis onneef gaarii dha. Akuuriin farraasummii (antioxidants) akka resveratrol fi beta-sitosterol kan of keessaa qabu yoo ta'u, isaanis qabiyyee farra goola'amaa(anti- inflammatory) kan qaban yoo ta'u, carraa dhukkuboota yeroo dheeraa kan akka dhukkuba onnee fi cawwee hir'isuuf gargaaruu danda'u.

Odeeffannoo dabalataa ?, odeeffannoo saayinsaawaa ...
?Akuurii
Thumb
akuurii (Arachis hypogea)
odeeffannoo saayinsaawaa
mootummaa: Biqiltoota (Plantae)
Tartiiba: shabalakee Fabales
Warra: Warra shabalakee Fabaceae
cita-Warraa: Faboideae
Tribe: Aeschynomeneae
Qaccee: Gosakuurii Arachis
Sanyii: akuurii A. hypogaea
Moggasa magaslamee
''Arachis hypogaea''
Cufi

Wikiwand in your browser!

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.

Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.