Adamsoon hariiroo orgaanizimoota adda addaa gidduutti uumamu yoo ta’u, hariiroo kana keessatti adamsituun kan fayyadamu yoo ta’u, adamsamtuun immoo ni miidhama.

Thumb
Adamsoo kophaa: Osoon Qaranbullee Bantii foon rifeensa qabuu fi ajjeese nyaata.
Thumb
Miidhamtoota hawaasaa: Mixiin foon ofii caalaa guddaa ta'e nyaachuuf waliin hojjatu.

fknf:-Hariiroon leencaa fi gafarsa gidduutti uumamufakkeenya ta’a.Adamsitoonni qaama nafa salphaa fi si’atoowaan qabaniif salphaatti adamsanii soorataargachuu ni danda’u. Bineeldoonni kan akkaleencaa fi qeerransaa foolii dha’uun adamsamtuuisaanii hordofuun argachuu danda’u.

Wikiwand in your browser!

Seamless Wikipedia browsing. On steroids.

Every time you click a link to Wikipedia, Wiktionary or Wikiquote in your browser's search results, it will show the modern Wikiwand interface.

Wikiwand extension is a five stars, simple, with minimum permission required to keep your browsing private, safe and transparent.