Abbabaa Biqilaa
From Wikipedia, the free encyclopedia
Abbabaa Biqilaa (A.L.A Hagayya 7, 1932 – Onkoloolessa 25, 1973) atileetii Olompiikii maraatoonidhaan si'a lama mo'ee yoo ta'u irra caala kan ittiin addunyaarratti beekkamu bara 1960tti Olompiikii Gannaa luka duwwaa kaachudhaan medaaliyaa warqii argachuu isaatini. Yaadannoo Abbabaaf jecha istaadiyemiin Finfinnee jiru maqaa isaatin moggafameera.
Abbabaa Biqilaa | |||
---|---|---|---|
Ogummaa: | Atileetii | ||
Biyya: | Itoophiyaa | ||
Guyyaa dhalootaa: | Hagayya 7, 1932 | ||
Bakka dhalootaa: | Addis Ababa | ||
Guyyaa du'aa: | Onkoloolessa 25, 1973 | ||
Bakka du'aa: | Finfinnee |